Sanaagoo

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Sanaagoo albuuda namoonni baay'een "soogidda dhagaa" jedhanii waamudha. Innis bifa addaa soodiyeem kilooraayidii ( Na Cl ) ti. Kiyuubii irraa kan hojjetame fakkaata .