Afaan Afaar

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i

Afar afaan Itoophiyaa, Ertiraa fi Jibuutii keessatti dubbatamudha . Saba Affaar dubbattoota afaan kanaa keessaa isa guddaadha. Dubbatoota miliyoona 1.5tti tilmaamaman qaba.