Giddu-galeessa Eeshiyaa

Wikipedia irraa
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Giddu-galeessa Eeshiyaa

Giddu-galeessi Eeshiyaan naannoo Eeshiyaa keessa jirtu taate kan dhiha Caspian Sea irra haga baha Chaayinaa fi Mongooliyaa, fi kibba Afgaanistaan fi Iraan irraa haga kaaba Raashiyaatti argamtuudha. Naannoo kun biyyoota Kaazakistaan Sooviyet durii, Kyrgyzstan, Tajikistan, Turkmenistan, fi Uzbekistan of keessa qaba. Sababa biyyootni Giddu-galeessa Eeshiyaa maxxantuu 'staan' dhumarratti qabaniif, the stan jedhamani waamamu.