Mudhii lafaa

Wikipedia irraa
Keessa deebiin kun gaafa 19:40, 27 Waaxabajjii 2023 Afaan oromoo guddisii (dubbadhu | gumaacha) irratti (Created by translating the page "Equator")
(gargar) Foyyeeffata duraani | Foyyeeffata reefuu (gargar) | Foyyeeffata daran haaraa → (gargar)
Gara kallatti ce'i Gara barbaadutti ce'i
Biyyoota fi naannolee mudhii lafaa (diimaa) ykn Priimee Meeriidiyaanii (buluu) tuqan, kanneen " Null Island " irratti wal qaxxaamuran.

Mudhii lafaa ykn Sarwala lafaa qaama lafaa cinlafa Kaabaa fi Kibbaatti bakka lama walqixa ta’etti qooda. Sararri Mudhii lafaa fageenya gara bantii kaabaa fi bantii Kibbaatti argamu safaruuf akka ka’umsaatti tajaajila. Fageenyi Mudhii lafaa irraa hanga Bantii kaabaattis ta’ee hanga Bantii Kibbaatti jiru 90°ta’a. Sararran Dagalee akkuma Mudhii lafaa irraa garaaKaabaa fi Kibbaatti deemamuun dheerinni isaaniisgaggabaabbataa deema. Sararran Dagalee sararranwaltarree ennaa ta’an, hundi isaaniituu wal hin tuqan